Galma Guddaa Walaloo.

Walaloo garagaraa kan Saphaloo(Abdulbaasix Kadiir’n) barreeffame asirra argattu. Dubbisa gaarii.

9 Responses to Galma Guddaa Walaloo.

  1. Ibsaa Dawid says:

    Yanni ati posti nu gootu hundi baay’ee nama barsiisa,jabadhu!

    Like

  2. Makonnin says:

    Saphaloo keenya dubbiin kee hundi nadhii qabdi nuuf jiraadhu!

    Like

  3. ABDULLAY MOHAMMED EBRO says:

    waloo abdulbaasi kediir baayyee baayyee galatoomii.umrii harraagessaa siif haa kennu.jabaadhu.walaloon kee baay’ee natti tolee,barsiisaadhaas.baay’ee si jaalannaa.kitaabota keesanillee gabayaa irratti barbaadee gumaacha sabaa narraa eeggamu naan baha jedheen yaada.nagaan jiraadhu

    Like

  4. martu keeti says:

    waan nama gammachiisaa kansabaaf barumsa dabarsu kana nuuf barressuu keetiif umrii harraageysaa beekumsa dacha dachaan AAKIRATTI JANNATAAN sihaaqananiisu

    Like

  5. umrii says:

    namatti tola jabaadhaa

    Like

  6. Gutema Jemal says:

    Nuuf jabaadhu

    Like

Leave a comment