Qeerroo: Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo “Oromiyaa Dabarsinee Hin Kenninu” Jedhchuun FDG Itti Fufan

OromiaTimes

Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo ganama keessaa sa’atii 12:00 hiriira nagaa mormii sina Wayyaanee guddaa mooraa Yuunibarsiitii Amboo keessatti hiriiruun gara magaalaatti ba’uuf sagalee mirgii keenyaa nuuf haa kabajamu, gaaffii keenyaaf deebiin nuuf haa keennamu, Oromoo ajjeessuun, hidhuun, barnoota irraa arii’achuun, gara dabarsuun dhaabbachuu qaba, biyyaa keenyarratti, maaliif ajjeefamna, mootummaan kaleessa dhukaasee nu ajjeessuu har’a akkamitti walga’ii nu teesisuu danda’aa??? Master Plan Finfinnee guutummatti haqamuu qaba.

Gagma biraan ilmaan Oromoo Oromummaan hidhaman hiikamuu qabu, Oromummaan Yakka miti, qabeenya Oromoo gurguruun dhaabbachuu qaba. Mirgii Angoo siyaasaa qooddachuu uummata keenyaaf haa kabajamuu, Oromoon ofiin of bulchuu qaba, mirgii dimookiraasii nuuf haa kabajamuu, mirgii namoommaa nuuf haa kabajamuu,waraanaan doorsifamuun nurraa dhaabbachuu qaba jechuun sagaalee guddaadhaan barattootni gara Kumaatamaan lakkaawaman tilmaaman Yuunibarsiitii garaagaraa irraa barachaa turanii Godina Lixa Shawaa Aanaawwaan 18 fi bulchiinsaa magaalaa 3 irraa walitti qabaman hiriira guddaa gaggeessa
jiru.

Mootummaan Wayyaanee kaleessaa galgala mormii gootota barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Amboo keessaatti gaggeeffamaa…

View original post 122 more words

About Saphaloo Kadiir

Barreessaa walaloofi asoosamaa afaan oromooti. hawwiin kiyya hogbarruu afaan oromoo guddisuu dha. Hanga ammaa kitaaboota kuusa walaloo lamaa fi asoosama sadi kan barreessee yoon tahuu garuu hanga ammaa maxxansee mil'uu ummata kootiitin dhaqqabuu hin dandeenye. tahuus garuu yeroo gabaabatti ummata kiyya biraan gahuuf of duuba hin deebi'u.
This entry was posted in Walaloo adda addaa. Bookmark the permalink.

2 Responses to Qeerroo: Goototni Barattootni Oromoo Yuunibarsiitii Amboo “Oromiyaa Dabarsinee Hin Kenninu” Jedhchuun FDG Itti Fufan

  1. obsa jemal says:

    galatoomi qalamni hin gogin jenna

    Like

  2. Ya lmmii tiyya heddu nabonsita

    Like

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s